LyricFind Logo
LyricFind Logo
Profile image icon
Lyric cover art

Waa'eenkee

Apple Music logo
Deezer logo
Spotify logo
Lyrics
Halleeluya oo haaleluuya

Galataani olol si qabnaa
Ulfinaani olol si qabna
Ahaa ahaaha galatoomi

Si alfaafi omeegaan mootiini
Lakkoofsi barootakee hin dhumani
Daarii hanga daariitti abboomtaa
Bara hundaa kabajamtee jiraattaa
Eenyu guddaan akka keetii
Eenyu jabaan akka keetii
Eenyu mootiin akka keetii
Eenyu waaqni akka keetii

Waa'eenke dubbatamee
Hin dhumuu qoratamee

Bantiiwwan waaqaa argamuu ulfina kee himuu
Wanti ardiirra mullatuus hojii harkakee labsuu
Guyyaan guyyaa itti aanutti halkannis halkanitti
Sagalee Jecha hin qabneen dubbatuu macca hundaatti

WRITERS

Yoseph Geleta

PUBLISHERS

Lyrics © O/B/O DistroKid

Share icon and text

Share


See A Problem With Something?

Lyrics

Other

LyricIQ Analysis

Top Emotion

Enjoyment

Sentiment
Thumbsup IconThumbsup Icon
Theme

None