LyricFind Logo
LyricFind Logo
Profile image icon
Lyric cover art

Qabeenyikoo

Apple Music logo
Deezer logo
Spotify logo
Lyrics
Burqaa nagaa hin dhumne madda gammachuu dhugaa
Gaaddisa haara galfiiko si qabaachuun na ga'a

Lubbuunkoo hin boqottuu tasa haara hin galfattuu
Wanta lafarraatiin dheebuu ishee hin guuttattuu
Gammachuun garaakoo hundaa kan naaf caaluu
Gaarummaakee ilaalaa manakee oolee buluu

At anaaf iddoo jireenyaati waaqakoo
Siin malee homaa hinfedhuu gooftaakoo

Qabeenyikoo nageenyikoo
Gaaddisikoo haara galfiinkoo
Si mitiree Waaqayyoo

Gooftaakoo at naafi burqaa nagaa hin dhumne
Gooftaakoo at madda gammachuu dhugaa
Gooftaakoo at gaaddisa haara galfii
Gooftaakoo at si qabaachuun na ga'a

Gammachuun lafarraa hunduu kan yeroo tii
Akkuma fixeensaa harca'ee baduutii
Nagaanni kan keetii kan bara baraatii
Haalaaf yeroo irratti isa hundaa'uu mitii

WRITERS

Yoseph Geleta

PUBLISHERS

Lyrics © O/B/O DistroKid

Share icon and text

Share


See A Problem With Something?

Lyrics

Other

LyricIQ Analysis

Top Emotion

Enjoyment

Sentiment
Thumbsup IconThumbsup IconThumbsup Icon
Theme

None