Waaqeffannaa addaan marfamtee
Surraaf ulfinaani guuttee
Baraaf yeroo dabarsitee ofii haftaa
Akkikee 2 hin jiru gooftaa] 3
Kan akkakee hin jiruu kan akkakee
Kan akkakee hin argamuu fakkaataankee
Siduwwaatu jira ardiif samii guutee
Siduwwaatu jira teessuma olaanfate
eenyummaa bira hin ga'amne
Eenyummaa hin tilmaamamne
Situ qabaa eenyummaa hin tilmaamamne.
Situ qaba eenyummaa hin qoratamne
Situ qaba eenyummaa bira hin ga'amne
Situ qaba eenyummaa hin safaramne
Situ qaba Eenyummaa hin tilmaamamne